የእለት ዜና

Godina Wallagaa bahaa aanagiddaaayyaanaatti ayyaana masqalaa irratti namootiin nagaa sadii ajjeefaman

Naannoo Oromiyaa godina wallaga bahaa aanaa giddaa ayyaanaa qa’ee Angerguttiin jedhamuu ganda sadii kessatti namoonni nagaa sadii garee mana Maree bakka bu’oota ummataanshororkessaa jedhamee hidhattoota shaneedhaan ajjeefamuu isaanii jiraattoonni Addis Maaladaatti ibsan.

Jiraattota irraa hubachuuf akka danda’amettiajjechaan kun kan raawwatame baatii Fulbaanaa 16 bara 2014 ayyaana damaraa masqalakabajuudhaafqophaa’ee karaa nagaa akka xumuramuakka waltaasiisan kan filatamani turan dhalattotanaannooAmaaraa sadii filatamanii ajjeefamuu isaanidha.

Ajjeechaan kun kan irratti raawwatameqonnaan bultoota namootii nagaadha kan jedhan jiraattoonni kun reeffa namootii kanaa fuudhaniiawwaaluuhidhattoonni kun akka isaan dhawwankanaafisawwaluu akka hindanddenyeexummuraratti humnoota RaayyaaittisaAngarGutiniidhufanii turtii guyyaa tokko booda Fulbaana 17 bara 2014 akka awwaalaman ibsaniiru.

Jiraattonni kun itti dabaluudhaanisMannimaree bakka bu’oota ummataa shororkessaa jadhee kan ka’ehumniABUTiifii Shaneen wal ta’uudhaan xumuraa baatii Hagayyaa irraa jalqabee godina Wallaggabahaattiguyyaa guyyaadhaan Namootiinajjeefaman jiru jedhaniiru.

Addis Maaladaan jiraattota irraa akka horateettitorbeedhaa dura hidhattoonnikun Aanaa Kiramuu ganda QaanaaUlmaayiijedhamuttihaleellaaqaqqabsiisaniin dhalattonni Amaaraa 50 ol ajjeefamuu isaaniidha.Naannichatti guyyaa guyyaatti ajjeechaan ijaa jiru lakkoofsawwarrendu’aniiillee sirritti akka hinbeekneejiraattonni kun Addis Maaladaatti himaniiru.

Miidhaan qaqqaba jiruu kun sanyii bu’urefatee ta’uun isaatiin dubartoonni miidhamtoota rakkinichaa ta’uu isaanii kan dubbatan yaada kennittonni kun lammiiwwan kun kan ajjeefaman qa’ee keessan gad dhisaatii bakka biraa deemaa kan jedhuun ta’uu eeraniiru.

Jiraattota jidduudhaadargaggoo tokko torbeedhaan dura Aanaa Kiramuutti dubartii tokko waan qara qabuun harma ishee irraa kutaniyammu ajjeesan ijaan argeera.jechuudhaan kan ijaan argeedubbateera. Miidhaan garaa garaasukkanneessaa ta’ee isaan irrattiraawwatamenamootiindu’aaf jireenya gidduu jiran 20 ol akka jiran jiraattoonni kun Addis Maaladaatti kan ibsan yammu ta’u ammagabaafni kun itti qindaa’ettiwal’aana akka hin argannee himaniiru.

Jiraataan naannichaa maqaan isaanii akka hin eeramne gaafatan akka jedhanitti yoo ta’ee haleellichiiqaqqabu isaa dura dhalattonni naannooAmaaraamandara tokko amma mandara 22tti qubatanii kan turan ta’uus amma garujiraattonnimandara tokkoo amma 10tti jiran to’annaahidhattoota jala ta’uu isaaniitti.

Wayita kanatti qabeenyandhalatootanaannooAmaaraamandara 10 turee hundiihidhatootaan akka saamameefi jiraattoonni gara magaalootaollaatti baqachuu isaanii ragaan burqqawwan Kenya irraa nu qaqqabanimul’isa.

Miidhaa ABO Shaneen qaqqabsiisuun manaaf qabeenya isaanii gad dhiisanii magaalotaKiramuufiiHaroojedhamuttibaqataniijiraattoonni jiran hiri’inni nyaataafiuffata akka isaan mudate ibsaniiru.

Jiraataan mandaraafurii biraa yaada kennaniinhidhattoonni amma biyya Kenya gad dhiisaa bahaa jechuudhaan miidhaa kana geessisa jiraachuu isaaniitiifhumniRaayyaaittisas eegumsa isaanii taasisuudiduu isaatiin qa’ee isaanii gad dhiisanii ba’a jiraachuu isaanii ibsaniiru.

Jiraattonni naannichaa akka isaaniittilubbuu isaanii baraaruuf gara naannooAmaaraadeemuu yoo barbaadaniifdaanddiwwancufamuu isaaniitiin gara magaalota NaqamtefiBureetti darbuu dadhabu isaanii dubbataniiru.

Humnoonnihidhattoonnikun gara caaluu ajjeechaafi kana kan raawwatan dukkana da’efatanidha kan jedhan jiraattoonni kun iddoowwanbosonaqabaniifi laggen biratti guyyaa guyyaatti reefa akka argamanii amma ammaattiNamootiin akkuma ba’anitti hafanifiteessoon isaanii wallaalamejirus jedhaniiru jiraattoonni kun.

Laftii qonnaa AngarGuttiin waggaa waggaatti boqqolootuuirrahomishama kan jedhan jiraattoonni kun wayita ammaa qonni harka dhibba keessaa 75 ta’u akka hin homishamnneefiiiddoowwan tokko tokkotti homisha qaqabee walitti qabuu illee akka hindandeenyemul’iisaniiru.

Jiraattonni kun biyya Kenya nuu gad dhiisaa jedhmnnee baatii Hagayyaa irraa jalqabee lammiiwwan Kenya ajjeefamaniidhuumaniiru ammas rakkinichibabal’achaa jira Raayyaaittisanurra ittisuuf eyyamamaamitiKanaafuumootummaan nuu qaqqabu qaba jechuudhaan dubbataniiru.


አዲስ ማለዳ Fulbaana 22 2014 No 15
______________________________
ትክክለኛውን የአዲስ ማለዳ ሶሻል ሚዲያ በመቀላቀል ቤተሰብ ይሁኑ
Telegram ➲ t.ly/SOXU
Facebook ➲ t.ly/flx8
YouTube ➲ t.ly/vSgS
Twitter ➲ t.ly/mxA4n

Comments: 0

Your email address will not be published. Required fields are marked with *

This site is protected by wp-copyrightpro.com