NaannooOromiyaa Godina Wallagga bahaa aanaa Giddaa ayyaanaatti namootiin 70 hidhattoota ABO Shaneetiin uguraman isaanii jiraattonni naannichaa Addis Maaladaatti himan.
Madden Addis Maaladaa akka isaaniitti ergamtoota ABO Shaneetii jachuudhaan jiraattoota aanaa Giddaa Ayyaanaa magaalaa Angar Gutinii garagaarsakennuufjattu kan jedhuun walitti qabanii konkolaataatti naqanii akka fudhatan ibsaniiru.
Baatii Onkololeessa 15 bara 2014 Awutobisoota Angar Gutinii ka’anii gara Naqamtee deemaa turan lama hidhattootaan UkkeemaqaLuugoottiuguramu isaanii jiraattonni eeraniiru.Akka ibsa jiraattootattiimaltonni garee Shanee kanaan uguraman konkolaataa keessa akkuma jiranitti gara iddooHorrooAlaltuujedhamu geffamaniiru.
Hidhattoota Shanee shororkessaa jedhameen qabamanii fudhataman Awutobisootadeddebistoota ummataa lamaan imalaa turan kun daa’immanmaanguddoolifi dubartootaa 70 ta’an akka ta’an mul’ateera.
Namootii qabaman kana keessaa muraasa beekuun akka danda’amee isaan keessadubartiiAlamnashAmaaraa jedhamtu dai’iimanni ishee waggaa 8fii baatii 8 tii waliin uguramu ishee jiraattonni mirkaneessuu isaanii dubbataniiru. Kan biraas namni MuluuYanehuunBirteeYanehuunAmaaraaFiqaaduuAzmaraaAlalinyiifii jiraattonni magaalaa Guttin biraa uguramauu isaaniifi haalli keessa jiran beekamuu dhabuu Addis Maaladaatti himaniiru.
Amma gabaasni kun qophaa’eetti namootiin fudhataman haala akkamii irratti akka argaman beeku dhabuu isaaniihiman jiraattonni kun. jiraattonni fudhataman kun deebi’uun isaanii nushakkisiisa jadhaniiru.kanaan duras namootiin humnaan fudhataman lubbuudhaan waan hin deebineef jadhaniiru.
Jiraattonni akka jedhanitti raayyaan ittisaa garagaarsa akka taasisuu yammu gaafatamu mootummaa irraa heyyama hin arganne deebii jadhu kennuun ala tarkaanfiin fudhate hinjiru jadhameera.jiraattonni mana isaaniiti bahanii naannolee ollaa jiran wayee namoota qabamanii fudhatamanii kantiibaa magaalatti irraa deebii yammu dhabnnugara ajajdoota poolisii deemnnegargaarsa yoo gaafannesfurmaaatanukennueyyamamoo hintaanee jachuudhaan dubbataniiru.
Jiraattonni Angar Guttin kanaan dura hidhattotashaneetiinmiidhaan isaanirra ga’a jiraachuu isaa beeksisaa yoo turanisugurii akka ammaa ittu isaanirra hinga’iin eegumsi akka isaanii taasifamuu gaafachaa turanis hojiin amma ammaatti hojjatame ijaa hinjirre rakkinichi uumamuu eeraniiru.
Imaltootauguramani fudhataman waliin kan turan jiraattonni Angar Guttin mandaraa 10 lakkofsii isaanii hinbeekamneefi dhalattoota Oromo ta’an gad dhiifamuu isaanii jiraattonni kan ibsan yammu ta’u dhalattonni Amaaraa fo’amanii hafan akkam akka ta’an hinbeekamnee jadhaniiru.
Madden Addis Maaladaa qaamni dhimmi isa ilaallatu namootii fudhataman kanaaf akka qaqqabuufabdiidhaan eegaa jiraachuu isaanii ibsanii warreen qabamaniif mootummaan haa qaqqabuuf jachuudhaan hubachiisaniiru.
Addis Maaladaan wayee dhimmichaa deebii argachuudhaf gara ajajaa poolisii Angar Guttin Kumaalaa Kumsaa Makonnen kan bilbilte yammu ta’u ajajaan kun homtuu hintaanee jachuudhaan bilbila isaanii cufaniiru.yaroo daddabalamaa bilbila isaanii irratti yoo bilbilamees bilbila isaanii cufuu isaaniitiin yaaliin dabalataa Addis Maaladaa ittu hin milkaa’in hafeera.
Addis Maaladaan Godina Wallagga bahaa aanaa Giddaa Ayyaanaa qonnaan bulttonnii sadii Aanaa Kiiramu ganda QaanaaUlumaayii lamiileen nagaa 50 akkasumas Aanaama kana magaalaa Addis Katamaatti jiraattonni nagaa 60 hidhattoota Shaneetiin akka ajjeefaman gabaasa turuun ishee niyaadatama.
አዲስ ማለዳ 20 Onkololessa. 2014 No 19
______________________________
ትክክለኛውን የአዲስ ማለዳ ሶሻል ሚዲያ በመቀላቀል ቤተሰብ ይሁኑ
Telegram ➲ t.ly/SOXU
Facebook ➲ t.ly/flx8
YouTube ➲ t.ly/vSgS
Twitter ➲ t.ly/mxA4n



