Kubbaaniyyaawwan bunaqoonnaan bultoota irraa fudhaniifii qixeesanii gabaa alaaf dhiyeesuuf qopha’uusaanii ibsamee

0
798

Itiiyoophiiyaattikubbaaniyyaawwan paarkkiwwan industrii garaa garaa kessa jiran Buna qoonnaan gulaa harkaa fuudhanii qopheesuudhaan gabaa alaaf dhiyeesuuf qopha’uusaanii hiimame.
Kubbaaniyyaawwanpaarkkiwwan garaa garaa kessatti argaman Buna qophessanii gabaaalaaf dhiyeesuuf qopha’uun isaanii gabaa Buna kana dura turee akka guuddisu dayirektarrii abbaa taayiitaa bunaaf shaayeeIt iiyoophiyaaAduunyaa Dabalaa addis maaladaatti hiimaniiru.

Humniisaa itiiyoophiyaatti ittuu hiin qophaa’iin googaama isaa gara biyyaaleegaraa alaa kessumaa biyya Awouroopafi Ameeriikaatti eegamaa akka ture eeranii kanaaniis galiin alaa argamu xiqqoo akka turee hiimu.

Rakko kana fuuruudhaaf abbaan taayiitaa bunaaf shaayee itiiyoophiiyaa paarkkiwwan industrii biyya kessaa waliin Wal ta’uudhaan kuubaaniyaawan Buna qopha’a gara biyya alaatti akka ergantaasiisuufi yakkawwan garaa garaa taasiisaa akka jiru beekameera.

Kanneen kessaa Kubbaaniyyaawwanmuurasnni Yiirgaalam jiran seenanii hojii jalqabuusaanii daayirektariichii eeraniiru.Haala walfakkaatuun kuubaaniyaawan paarkkiwwan industrii humnaafii hawaasaatti argaman Buna qoonnaan bultootaa fuudhanii qophessanii gabaa alaaf dhiyeesuuf qophii jalqabuusaanii kaasaniiru.
Wagga bajata2013 baranaatti buna qophaa’ee gabaaf dhiyaateera galiin dollars miiliiyoona sadii argamuunsaa hiimameera.

Kanaan dura bunni feedhii Itiiyoophiiyaa gabaa alaaf dhiiyaachaa tureera.kuuniis biyyattin baayyina bunaaf qabdduun galiin guddaa arggachuu waan hiin dandenyeef bunni qopha’a gabaa alaaf akka dhiiyaatu taasifamuusaa daayirektariichii beeksiisaniiru.

Buna qopha’a gabaa alaaf dhiyeesuuf qajeelfama qophessuudhaan fayyadamtootaaf akka dhiiyaatu inveestaronni biyya kenyaas daldala alaa bunaaratti hiirmaachaa akka jiran duubataniiru.
Buna qoonnaan bultootarraa kalattiidhaan fuudhuudhaan gara gabaa alaatti eerguun qoonnaan bultootaaf Carrara faayiidaa foyee’aaarggachuu akka uumuuf kan huubachiisan dayirektariichi buna dheedhiin ala. Buna aka’amaafii daakamaa gabaa alaa kessa galchuun rakko qabaachuu akka danda’uu kaasaniiru.

Bunni qopha’a gabaa kessatti baliinaan akka hin gurguuramnne kan taasiisuu haawaasiichii buna aka’amaafii daakamaa bites fayadamuurra buna dheedhii bituu waan filatuufii jadhaniiru.
Akka ibsadayirektariichaattigabaa Buna qopha’a kana guddiisuuf hawaasiichaa huubannakennuun barbaachisaa akka ta’ee dubbataniiru.

dabalaaniis bunna aka’amaafii daakamaa itiiyoophiiyaa gabaa idiilee aduunyaa keessa galchuudhaafii bu’a qabeessa taasiisuufi guufuuwwan mudachu akka danda’an eeruudhaan buna qopha’a gabaa idiiladunyaa kessatti baliisuudhaan kuubaaniyaawanis biyaalee garaa garaa waliin walitti hiidhamanii hojjachuudhaan akka filmaata tokkootti fuudhachusheetiin qabuu jadhaniiru.
Kanaan dura biyyaaleen alaa itiiyoophiiyaarra buna bitanShan qofa yammu ta’aan amma garuu 33ga’aaniiru .maamiltoota buna dheedhii Itiiyoophiiyaa kan turan Ameerikaa,Jarman Jaapaan,Beeljiyeem,Sa’uudii Arabiiyaa akka turaniis eeranii.

Wagga Baranaa 2014tti bunni foormii Kuma 280dheedhiinergamee dollars Ameeriikaa biiliiyoona tokko argachuf karoorfameera.buna ergii qopha’ee booda gara biyya alaatti debiidhaan Isa baranaargamee miiliiyoona sadii gara doolaara miiliiyoona ja’atti ol guddiisuuf karoorri qabame hojjatamaa jiraachuu dayirektarriichii eraniiru.


አዲስ ማለዳ 24 Adoolessa 2013 No 8

መልስ አስቀምጡ

Please enter your comment!
Please enter your name here