Aannaniifi bu’awwan aannan irratti sadarkaaleen dirqamsiisuuraga‘an

0
373

Eejansiin sadarkaaleeItiyoophiyaaaannaniifi bu’awwan aannanii irratti sadarkaalee haaraa 14fii kan keessadeebi’e ilaalamee 17 dirqamsiisoo 4 qopheesseeraggaasisuu isaa Daarektarri qophii sadarkaalee eejansiichaa Yilmaa Mangistuu Addis Maaladaatti himaniiru.

Manni maree sadarkaalee Fulbaana 20 bara 2014 walgahii idilee 32ffaa deemsiiseen sadarkaalee dameewwan 7 isaa dhiyaatan qoratee raggaasisuu isaadhaYilmaan dabalaniis kan ibsan.
Akkaataama kanaan manni marichaa dameewwan torbaan sadarkaalee haaraa 332 kan keessa deebiidhaan ilaalaman 190 akkasumas 184 bakkuma jiranitti kan itti fufanwaluumaa galatti sadarkaalee 706 wixineexumuran dhiyaatanii sadarkaaleen hundi akka raga ‘anmurti dabarseera jadhaniiru.

Dameewwan 7 sadarkaan isaanii raga’eedamee huccuufii gogaa dhan 113 haaraa 33 keessadeebi’ee kan ilaalamuu walumaa galatti sadarkaawwan 146 damee kemikaalaafi bu’awwan kemikaalaan 13 haaraa 4keessa deebiidhaan kan ilaalamuu walumaa galatti sadarkaalee 17 damee nyaataafi bu’awwan qonnaatin 122 haaraa keessa deebiidhaan kan ilaalamuu 126 akkasumas bakkuma jiranitti kan itti fufan 33 walii galaan 281 sadarkaalee bu’uraafii haaraa 80 kessa deebiidhaan kan ilaalaman 27 akkasumas 141 bakkuma jiranitti kan itti fufan walii galatti sadarkaalee 248 dabalataan ijaaramaafimahandisuummaadhaan 3 sadarkaalee haaraa elektiromakaanikaalidhaan 2 sadarkaalee haaraa damee fayaatiin 9 sadarkaalee haaraa qoratee ragaasiisuu isaa Daareektarich ibsaniiru.

Sadarkaalee raga’an kanneen keessaa Ministeera Daldalaafi industirii waliin wal ta’uudhaan deggarsapirojaktoota misooaalee bu’uraa qulqullinaan huccuuwwaniin 74 googadhaan 72 kemikaalota adeemsa homishan tajaajilaaf planif 17 akkaataa homisha geejjibsisuufii akkasumas qabaahuccuuwwanifigogaaf(Generic code of practice and management system )kuduraafiimuduraa dhaan 105 farra aramaa kuduraafimuduraaffaayidaa irra oolanif sadarkaalee 72 dammaan 16 walumaa galatti sadarkaalee 381 raga’aniiru.

Akkasumas yeroo dheeraadhaaf qoratamaa turanii sadarkaan isaanii qophaa’e yaroo jalqabaaf kan raga’an Homishoota biyya keessaa 6 jechuunisShiromimiixaakaayii basso daadhiifi araqee sadarkaan isaanii akka keessatti argaman ibsaniiru.Homishonni biyya keessa 6 kunniin amma ammaatti Waligaltee daldalaidiladunyaattimoggafnniittu hin kennaniifturuu isaatiin sadarkaan ittu hin ba’iniif kan turan ta’u hubachiisaniiru.

Dabalataanis manni marichada’iimman irraa jalqabee amma Mangudota faayidaa irra kan ooluaannanii fiiqindeessitootabu’awwan aannanii sadarkaa dirqamsiisoo ta’e akka raga’utaasifamuu isaa kan ibsan Yilmaan sadarkaan dirqamsiisookun qulqullina namootii aannan walitti qabanii akkaataa geejjibsiifama isaa irratti qinddesuufsamsuu ilaalchisee kan jiru akka kessatti qabamu ibsaniiru.

Itti dabalaniis sadarkaan aannaniifi bu’awwan annaniikun yeroo jalqabaaf kan raga’ee bara 1994 waggaa 20 dura akka ture ibsuudhaan sadarkaan isaa eeyyamttummaa irratti bu’uraa’e akka hojiraoluuraga’uu isaa yaadachiisaniiru.Xinnaachuunhumnna to’annaa guddachuu dhabuun damee kanaa sirni gabaa isaa sira’uu dhabuun dhimmoolee akka rakkotti ka’an turan jedhaniiru.

Kana sirreessuudhaafsadarkaadirqamsiisoo taasiisanii karaa qoratamen to’annaa taasisuu sadarkaaleen nyaata horii qophaa’anihojiirraoluu hojiiwwan hubannoofiijaarsahumnaahojjechuuf akkasumas qooda fudhattoota damiichaa walitti hidhuuf deeggaruun hojjatamaa akka jiru eeraniiru.

Itiyoophiyaan sadarkaa baasuudhaan fiiraggaasisuun dhaanheddubaahaatudha garuu sadarkaaleen raga’an hojiirraolchuutiingarurakkoguddaqabddi kan jedhan itti aanaa Daarektarri Eejansii ramaddii sadarkaaleeItiyoophiyaaBonsaaBaayisaaEejansiichatti nageenya lammiileefi qulqullina naannooeegsisuu dhaafmuxannowwanidil addunyaa gara biyya keessattigalchuudhaan akkasumas carraa teeknikaafi leenjii mijeessu dhaanhomishoonni biyya keessaa dorgomtoota idil addunyaa akka ta’an hojjatamaa jiraachuu dubbataniiru.

Sadarkaaleen dandeettiguddisuuf shoora guddaa arjoomuuisaatti dabalee nagaaf tasgabbii faayidaa shamattotaaeegsiisudhaan akkasumas deggarsaafii hordoffii qaamoolee to’attotaa hojiirra olchuudhaafakka danda’an haala mijataa uumaniiru jedhaniiru.


አዲስ ማለዳ 6 Onkololessa. 2014 No 17
______________________________
ትክክለኛውን የአዲስ ማለዳ ሶሻል ሚዲያ በመቀላቀል ቤተሰብ ይሁኑ
Telegram ➲ t.ly/SOXU
Facebook ➲ t.ly/flx8
YouTube ➲ t.ly/vSgS
Twitter ➲ t.ly/mxA4n

መልስ አስቀምጡ

Please enter your comment!
Please enter your name here