Abo Shane miidhaan naannoo Oromiyaa iddoowwan garaa garaatti qaqqabsiisuu cimaa jira jedhamee

0
1190

Abo Shaneen naannoo Oromiyaa Godinoota wallaggaa bahaafi dhiyaa Aanaalee garaa garaatti lammiilee nagaa irratti miidhaan qaqqabsiisuu cimaa dhufuu isaa jiraattonni naannichaa Addis Maaladaatti himaniiru.

Humni hidhataa Abo shanee lammiilee nagaa irratti miidhaa eenyummaairratti xiyyefatee geessisu dabalaa dhufuu isaa kessumaa jiraattonni Aanaalee shan jiraatan alkaline uguraman fii namootiin heddu haleellaan irrattiraawwatame madden odeeffannoo Addis Maaladaa ibsaniiru.

Madden odeeffannoo Addis Maaladaa akka jedhanitti yoo ta’e Aanaalee shananittu jechunis Giddaa Ayyaanaa, AbbeeDongoroo, Gudayyaa Biilaa, Harold Limmuufi akkasumas Aanaa Tiriijedhamuttijiraattonni argaman gartummaan gutuutti haala jechuun danda’uun miidhaan walitti aanaa Isaan irratti raawwachaa jiraachuu dubbatu.

Naannoo Oromiyaa Godina wallaggaa lixaa aanaa Qondaalaatti Kan argaman lammiilee nagaa lakkofsii isaanii hin beekamneen ajjeefamuu isaaniifi warreen haleellicha irraa hafanis naannicha gad dhiisanii gara BeeniishaanguulGumuuzitti baqachuu isaanii maddee Addis Maaladaa mul’isaniiru.

Jiraattonni naannichaa haleellichii nurratti raawwatame jechuudhaan Addis Maaladaatti himan haleellaan Abo Shanee babal’achaa dhufe isa hanga ammaa irraa wanti adda isa taasisuudhalattoota Oromiyaa tokko tokkoo irrattis kan raawwatamuu ta’u isaati jedhu

Jiraattonni naannichaa manaaf qabeenyaa isaanii Dhabi qofa itu hinta’iin haala lubbuu isaanii itti oolchatandhibuuisaaniitti kan jedhan madden Addis Maaladaa jiraattonni lunch haleellaa isaan irrattidiriirfamumiliquuf yoo yaalanis akka isaan hinbaaneef daandiwwan hundi jalaa cufamuun ibsanii rakkoon guddaan amma jiru cufamuu daandii ta’u kan eeran jiraattonni qaamnidhimmi isa ilaallatu furmaata akka isaanii kennu gaafataniiru

Abo Shaneen namootii gara naannoo nageenyii jirutti baqatan qabee hidhuuergii jalqabee bubbuleera kan jedhan madden Addis Maaladaa amma ammaatti namootiin garee hidhataa kanaan qabaman du’aafidabarfamaniikennaman malee tokkoon isaanii carraa deebi’uu hinarganne jechuudhaan ragaa ba’aniiru.

Lubbuu isaanii baraaruuf gara naannoo BeeniishaangulGumuuzittiwarri baqachuu yaalan akka hidhaman kanmul’ateeyammu ta’u fakkeenyaaf torbee darbee namootiin Awutobisiideddeebi’aa ummataa sadiin fe’amanii gara naannoo nageenyii jirutti baqachuuf yaalan garee kanaan qabamuu isaaniifi amma gabaasni kun qindaa’etti teessoon isaanii akka hin beekamnee hubatameera.

Kessumaa aanaa Giddaa Ayyaanaa naannoo anger Guttin fii aanaa Haroo limmuu Kan turaniifidu’aafi irraa kan hafan guutummaa gutuutti qa’ee isaanii gad dhiisanii akka bahaniif jireenya isaanii daggala taasifatan baatii tokko ollakkoofsisuuisaati himamee.

karaa gara biraa naannoo Aanaa Tiriijedhamuttida’iimman lakkofsii isaanii heddu ta’e alkaline uguraman iifii amma gabaasni Kun qindaa’ettieessa akka jiran akka hin beekamneen madden Addis Maaladaa mul’iisaniiru

Yeroon isaa yeroo homishnnii itti walitti qabamuu ta’u isaatiin maasaandhalattoota Amaaraa homishnniiqaqqabe jiru garee hidhataa kanaan haamamee akkafudhatameefi inni hafees akka walitti hinqabamnee eerameera.


አዲስ ማለዳ 4 Sadaasa 2014 No 21

መልስ አስቀምጡ

Please enter your comment!
Please enter your name here