Hambaalee waraanaan midhamansuphuudhaaf hojiin qophii dursaa jalqabamuu isaa ibsamee

0
903

Bakkawwan waraanichi itti gag-geeffameenhambaaleen heddu jiran irattii midhaan guddaa kan qaqqabe ta’u isaatiin warreen badanniraafii barbada’an irraa kan hafan suphuudhaaf qophii dursaa taasisaa jiraachuu abbaan taay-itaa eegumsaafii qorannoo ham-baa Itiyophiyaa Addis Maaladaa beeksiisee.

Abbaan taayitiichaa gara fuladu-ratti bakka kanaan dura waraan-ichi jiruu yaroo nagaan bu’u qa-amoolee kanneen biroo waliin ta’uudhaan bakka sana deemuud-haan hojii suuphaa gaggesuud-haa hojii qophii dursaa hojjachaa jiraachuu ibsaniiru.

Hojii qophii dursaa kanaan koreen hayyuulee hirmaachise hunddefamee hojicha hojj-echuufkaroorfamuu isaa beekuun danda’amee.
Nagaan bu’e wayita hojiin qa-batamaa jalqabamuu hambaalee midhaman kessaas warreen dursiitaasifameefi qabuu adda baafamuun nihojjatama jedha-meera.

Abbaan taayitiichaa yaroo am-maa waraanicha waliin wal qa-batee miidhaa hambaalee irratti ga’u itisuudhaaf kanan danda’uu taasisaan jira jedheera.Kanaaniis qaamoolee waraana gaggeessan iddoo hambaaleen kun jiran adda baasanii bakka sanatti of eeggan-noon akka taasifamuu isaatuu hi-mamee.

Abbaa taayitaa eegumsaafii qo-rannoo hambaattiidaayireektarri-kununsaafii suuphaa hambaalee-SalaamaawwiitGeetaachaw akka ibsaniitti iddoowwan hambaaleen itti argaman humnnii addaa Amaaraafii milishaan meeshaa gurguddaa akka hin fayyadamne walii galtee irra ga’amuu isaa kaasaniiru.Akkasumas iddoow-wan meeshaaleen hambaa itti ar-gamaniitii meeshaan gurguddaas-waraanniilafoos akka hin geenyee taasiifamaa jiraachuu dubbatanii-ru. Ta’es ABUT kana akka fucha-gaariitti fayyadamuudhaan dhaab-bilee amantaa duraanii keessaa meeshaa waraanaa kuusaa akka ture lammiileenagaashubaa akka ture yaroo daddabalamaa kan himamee ta’uu isaatiin mootum-maan kana yoo taasiisee ABUT murtii kana kabajaafi kabajuu dhabuu isaa daayireektarri ttiin deebisuu hindanda’u jadhaniiru.

Kanaan wal qabatee Itiyoophi-yaan wayita waraanaa nagaa hambaalee eeguu kan jedhuun bara 1946 walii galtee malatte-siiteekabajamaa jiraachuu isaa ilaalchisee Addis Maaladaan ak-kaataa gaafatteenwaliigaltichii hojii irra kan oluu biyyaalee walii malattessan waraana keessa yammu ta’anidha.Ta’es mootum-maan ammas walii galtichaakaba-jaasocho’aajia TPLF garuu akka mootummaa ta’e walii galticha hin malattesiinee ijaa ta’e hambaalee kana ittii gaafatamaan eega jed-hanii yaaduun hin danda’amuu-jedhan.

Daayireektarri ttiin itti dabala-niis hanbaalee kana eeguudhaaf dhaabbileen deeggarsaaidilad-dunyaa deggarsa akka taasiisan ibsanii kanlaaliibalaa eeguudhaaf mootummaan Faransaay deeggarsa kan taasiisee yamu ta’u Yuneeskooniishambaalee kana miidhaa iraa baraaruuf waajji-ra wal taasiisaa Finfinnee waliin ta’uudhaan aka hojjetan dub-bataniiru.

TPLF ergii waraanichi jalqabee as manneetii amantaa kiristaa-naafiimasgiidoootahambaalee seenaa qabeessaa jiran diiguuf isaatti dabalee man kuusaa mee-shaalee waraanaa taasisuun isaatiin hambaaleen saamamaafi midhaan irra ga’a turan jiraachuun isaanii ibsamaa turuun isaa niyaa-datama.

Ragaan waajjira abbaa ta-ayitiichaa irraa argamee akka mulisuutti sababiin waraanicha-hambaalee naannoo Amaaraatti midhamantti dabalee hambaaleen hedduu naannoo Tigraayittis ar-gaman fakkeenyaaf magaalaa Maqaleetti kan argamu muzi-yamiiatseeYoohaannisarfaffaa keessa hambaaleen turan hundi kan fudhatamaniifiibadan ta’uun ibsameera.hambaaleen kunis lak-koofsaan gara 200 ta’an Innisittu raayyaan ittisaa Magaala Maqa-lee gad dhiisanii hin bahiinii yam-mu ta’u eenyu akka fudhate hin beekamuu jedhameera.


አዲስ ማለዳ 18 Sadaasa 2014 No 23

መልስ አስቀምጡ

Please enter your comment!
Please enter your name here