Godina ArsiittiFaayidaa garaa garaa argachuuf miseensa Shaneedhajedhanii harka kennuun gochaa baramee ta’uun himamee

0
1288

Naannoo Oromiyaa dargaggoonni Godina Arsii miseensota ABO Shanee ittu hin ta’iin akka ta’an fakkeessuu dhaan mootummaa naannichaa dogoggorsuudhaan gara kaampii galaa jiraachuu isaanii jiraattonni naannichaa Addis Maaladaatti himan.

JIraattonni maqaan isaanii akka hin eeramne barbaadan akka ibsaniittifaayidaa garaa garaa mootummaa naannichaa irraa argatan yaadanii kutaaleen hawaasaa Godina Arsii fi naannoo ishee jiraatan miseensa ABO Shanee of fakkeesuudhaan mootummaa naannichaa harka kennaa jiru jadhameera.

Namootiin kun mootummaaf harka haa Keenan male naannichatti bilisummaa dhaansocho’aa akka jiran jiraattonni Addis Maaladaatti himaniiru.Harka kennuu isaaniitiin faayidaa mootummaa naannichaa irraa ijaa argatan kutaaleen hawaasaa hojii kophee haxaauufii daldala garaa garaairrattibobba’ani jiran nuti ABO Shaneedhaa jechuudhaan galma ’a akka jiran himameera.

Bulchaan Godina Arsii MusaaSeerii yeroo daddabalamaa abbootiin gadaa naannoo Oromiyaatti argaman hawwan Siinqee dargaggoonni ittu hin beekiin ABO Shaneetti makaman akka debi’an waamicha dhiyeesuu isaanii Addis Maaladaatti himaniiru.

Bulchaan kun akka dubbatanitti yeroo daddabalamaa waamichi kan taasifamuu gareewwan ABO Shanee badii isaanii irraa akka deebi’an dargaggoonni naannichaa ABO Shaneetii akka hin makamee ragaa kennuudhaan akkasumas deggarsa meeshaalee taasisuudhaan Shanee akka hin deeggarreetaasisuu fidha.

Itti gaafatamtichi itti dabalaniis miseensonni Shanee Godinoota arsiisadii gidduutti kan argaman bosona dheeraa ta’e keessaatti akka argaman badii guddaas gessisaa akka jiran beeksisaniiru.
Akka ibsa Muusaatti Sadaasa 19 amma 21 bara 2014tti dargaggoonni 15 ballessaa isaanii amananii deebi’aniru gara fuula duraattis hedduwwan nidebi’ujedhamee akka eegamu ibsaniiru.

Kanaan dura waamicha abbootii gadaafii hawwan Siinqee hordofee miseensonni ABO Shanee 200 ol ta’an seera jala jiru.Kanaan wal qabatee dargaggoonni tokko tokkoo mootummaa naannichaa dogoggorsuudhaanmiseensotaABO Shaneetii jechuudhaan dognogorsee jiru dhima jedhamuu mirkaneessuu dhaafgandarraa yookaan baatilee jahaan darban ni irraa akka qulqullaa’u eeraniiru.

Miseensonni harka keenataniis seera jala akka turan taasisuudhaan leenjiiwwan garaa garaa akka fudhatan taasifamakan jedhan bulchaan kun bu’a qabeessummaan isaanii yammu mirkanaa’uu qofa bilisummaa dhaan hojii barbaadan hojjachuu akka danda’an taasifama jedhaniiru.

Faayidaa barbaacha jecha dargaggoonni miseensa Shanee of taasisaa jiru isa jedhamee fayiidaa inni jedhu soba adidha jechuudhaan bulchaan kundhimiicha ifa taasisaniiru.Itti dabalaniis beekamtii Godinichaan ala gochaa akkanaa akka raawwatamuu ittii gaafatamttonniitaasisan yoo jiraatan qorannaa barbaachisaa itti taasiifamee seeraaf akka dhiyaatan dubbataniiru.
Sadaasa 19 bara 2014 yeroo shanafaaf sirna gaggeeffameen abbootiin gadaaf hawwan Siinqee Arsii Godinoota shan irraa walitti baba’an‘’ Oromoo taatee Shaneetii makamteetta yoo ta’e deebi’a jachuudhaan dargaggoonni akka deebi’an waamicha dhiyeessuu isaanii yaadatanii.

Waamiichichadogongoraan biyya diiguudhaaf kanneen bobbaatan nagaadhaan gara keenyattideebi’akanjedhuudha jedhaniiru bulchaan kun.Akka aadaaOromootii waamichi kun yammuu taasifamuu namni garee kana waliin walitti dhufeenya qabuu kaayyo garee kanaa raawwachiisuu fi miseensa ta’e kan hojjetu waamichi taasiifamee bultii torba keessatti gara abbootii gadaa naannicha jiranii deemee waamiichicha fudhachuu isaa beeksisuuqaba .

Garuu ammoo akkaataa aadaanaannichaa waamicha taasiifamee itu hin fudhatiin garee shororkeessaa kana waliin qunnamtii isaa gareen yookaan namni itti fufee abbootii gadaafii hawwan Siinqee dhaandiinataasifama jedhameera.


አዲስ ማለዳ 25 Sadaasa 2014 No 24

መልስ አስቀምጡ

Please enter your comment!
Please enter your name here