ga bahaa aanaa BaabboGaambee-littibuqqaattonni kuma 60 ol rakkoo irra jiraachuun isaanii himamee

0
891

Naannoo Oromiyaa Godina Wallaggaa lixaa aanaa BaabbooGaambeelitti kan argaman jiraattonni naan-nichaa kuma 60 ol ta’an Miidhaa eenyummaa giddugaleefatee ABO Shaneetiin isaan irratti qaqqaber-akkoo irra bu’u isaanii Addis Maa-ladaatti himan.
Addis Maaladaan jiraattota irraa kandhiyeesse gareen hidhataa kun Sadaasa 8 bara 2014 irraa jalqabee haleellaa eenyummaa bu’urefateeisaan irraan ga’a ji-raachuu isa kanaanis jiraatton-ni naannichaa kuma 60 ol ta’an buqqa’uu isaaniitii.

Shaneen ergaa gaafa haleellaa kan isaan irratti raawwate Sadaasa 8 bara 2014 irra jalqabee rakkoon bakka jireenyaa nyaataafi uffata akka isaan mudate kan dubbatan jiraattonni kun haalotabulchinsa aanaa yoo beeksisaniis deebii ar-gachuu dhabuu isaaniitiin rakkoo irra jiraachuu isaanii Addis Maa-ladaatti kan mul’isan.

Jiraattota naannichaa giddu-udha namniAyyaleew Taaddasa jedhaman kan dubbatan gareen hidhataa kun gara aanaa Baab-booGaambel seenee haleellicha yammu raawwatu humna mil-ishaan ala qaamni dhufee hojii itti-saa hojjete tokko kan hin jirree ta’u isaatii.

Ittii dabaluudhaanis humni add-aa naannicha yoo jiraateekan inni dhukaasaa ture gara samiitti kun ammoo ABO Shanee haalo-tato’aachudhaaf isa gargaareera jechuudhaan kan ijaan argan kan ibsan.

Maanguddooli dubartootaa ul-faada’iimman namootii rakkooqa-amaa qaban waliin feenee lubbuu isaanii baraaruu dandeenyeekan jedhan Ayyaaleew amma buqqaatoonni kun rakkoo bishaan dhugaatii bakka jireenyaaf uffata qabuu jedhaniiru.

Godinichatti baqannaa irra itu jiranii dubartoonni da’aan heddu akka jiran kan dubbatan jiraatan naannichaa waan hundaa olit-ti hawwaniifda’iimmanhaalota dandamachuu hin dandeenyee jechuudhaan Addis Maaladaatti himaniiru.

Haleellaa ga’u irraa lubbuu isaanii olchuudhaaf gara magaa-laa Asoosaa deemaa kan turan konkolaattonni lama namootii 90 akkuma feaniin naannoo Man-diifiAriyuuttiuguramauu isaanii Ayyaaleewdabalanii dubbataniiru.

Namni yaada isaanii kennan itti dabalaniis namootiin 70 konko-laataa deddebisaa Ummataan deemaa turaniif geejjibagidduu galeessaafii xixxinoodhaan dee-maa kan turan namootiin gara 20 ergii gaafa uguraman jalqabee bakki ga’an hin beekamnee jed-haniiru.

Addis Maaladaan jiraatoota ir-raa akka hubateetti taanaan jiraat-tonni BaabbooGaambeel kuma 60 ta’an manaafi qabeenyaa isaanii dhiisanii kan baqatan naannoo  isaaniitti qaamniida’o nageenyaa isaanii kennu dhibuu isaatiini.

Kana ilaalchisee milishaan naannoo Taaddasa Yimar jed-haman raayyaa ittisaa maalitii naannicha kan jiru humna add-aa Oromiyaatiiinnisjiraatootaso- sodaachisuudhaan naannoo isaanii gad dhiisanii akka bahan kan taasiisan jechuudhaan kan hubatan kan dubbatan.
Gareen hidhataa kun meeshaa ammayyaatiin kan deggarameefii kan gurma’eedha kan jedhan Ta-addasa Yimar yaroo sanatti da’o isaanii ta’u kan yaalan milishota 15 qofaadha jedhaniiru.Itti dabalaniis humni addaa nannicha ture hin waraanee sababiin kanaas haleel-licha qolachuun hin danda’amnee jechuudhaan kan argan ibsaniiru.

Maneetiinbayyee naannoo sana keessa turan gubachuu isaanii ji-raattonni qabeenyaa isaanii baas-uu dadhabuun isaanii akkasumas wayiita homisha isaanii walitti qa-batan buqqa’uudhaafdirqamuu isaanii ibsameera.

Lamileen naannoo isaanitii buqqa’an kuma 60 olidhaakan jed-han Taaddasa Yimer amma gab-aafnii kun itti qinda’eetti bulchiinsi aanichaa deggarsa akka hin taas-ifneef eeraniiru.

Jiraataan Malasa Taayyee jed- haman biraan kanneen buqqa’an gidduudha ta’u isaanii eeranii Ga-reen hidhataa kun naannoowwan GurbaaIbuuBooniifiiGiirbaajadha-muutti dhalattoota Amaaraa heddu manaafi qabeenyaa isaanii gubuu isaa ibsaniiru.

Namtichi itti dabalaniis mili-shoonni lamaafi qonnaan bulaan da’o nageenyaa jiraattoota ta’a turan mada’uu isaanii kan ibsan yammu ta’u bakka sanatti tajajilli-ianbulaansii waan hin turreef qoo-naanbultichii bakka nageenyii jiru kan geeffamuharreedhaanfe’am-aniitu jechuudhaan himaniiru.
Manneetii jireenyaa qofa itu hin ta’in manneetiin daldalaa hed-duqubataniiru kan jedhan Mal-lasaa Taayyee jiraattonni naan-nichaa gad dhiisuudhaaf geejjiba dhabuu isaanitti dabalee yoo arga-taniis dachaa ol akka kanfalandha kan eeran.

Itti dabalaniis Baabbootii gara Najjoottiiimaluudhaaf kanaan dura taarifnni isaa birrii 30 ture akkasu-mas Najjoodhaa gara Asoosaat-tiimaluudhaaf birrii 120 ture wayii-ta buqqa’an garu inni birrii 30 birrii 300 innii birrii 120 birrii 350 akka kanfalan muli’isan.

Jiraattonnii xumura irattiisbir-riif humna ittu hin qabaatiin hafee iddo haleellichii itti raawwatu ba-huu ijaa hin dandeenyee qaamni dhimmi isa ilaalatuu buqqaatoota kanaaf furmaata akka kennu hu-bachiisaniiru.

Addis Maaladaa rakkoqaqqa-beef furmaata fiduudhaaf maaltu hojjatamaa jira isa jedhuugaafa-chuudhaaf bulchaa aanaa Baab-boo Geexuu Galatuutti bilbila yoo bilbiltees wayee dhimmichaa yam-muu gaafataman bilbila cufuudee-biis kennuuf eyyamamoo ta’u dhabuu isaaniitiin deebii isaanii itti dabaluun hin dandenyee.


አዲስ ማለዳ 18 Sadaasa 2014 No 23

መልስ አስቀምጡ

Please enter your comment!
Please enter your name here