Lakkofsii manaaf ummataa barana ni gaggeeffama jedhamee ture yom akka gag- geeffamu amma ammaatti mur- teen itti hin kenn- amnejedhamee

0
638

Mana mare bakka bu’oota Um-mataan filannoon biyyummaa 6 ffaaergaagaggeeffameen wag-gaa tokkoon booda ni gaggeeffa-ma jedhamee kan ture lakkofsii manaaf ummataa biyyaatti yeroo karoorfamee ittinii gaggeeffamaa hin gaggeeffamu kan jedhumur-teen tokko iyu amma ammaatti akka hin kennameennee Addis Maaladaan ragaan tajaajilaistat-stiiksii Itiyoophiyaa irraa argatee ni mul’isa.

Lakkofsii manaaf ummataa dhimma heera mootummaa ta’u isaatiin heera mootummaa feder-aalaan keewwata 103 n kana kan murteessuu komishiiniiol’aan-tummaadhaanpirezidaantota naannoolee hundaa miseens-summaa dhaan kan qabatee ittii aanaa ministira muummeedhaan kan durfamuulakkoofsaummata biyyattii kan qoratuufiilakkoofsa kan gaggeessuu yoo jiraatee-komishiniichii amma ammaatti lakkoofsa manaaf ummataa ba-rana ni gaggeeffamaa jedhamee wanti dabarsee tokko akka hin jirree himameera.

Lakkofsii manaaf ummataa hojii yaroo nagaatii kanaaf id-doo hundaati nageenyii jiraa-chuutu irra jiraata akka filannoo yeroo yeroodhaan hin gaggeef-famu yeroo ammaa ammoo lab-sii yeroo ariifachiisaa jiraa haala kanaan lakkofsii nigaggeeffamaa jedhanii eeguun ni ulfaata. Moo-tummaanis xiyyeeffannaa kennee kan socho’u dhimma nageenyaa irattiidha yaadni jedhus ogeessi-chi irraa dhiyaateeraa.

Komishiniichii amma ammaat-ti yeroo kanatti lakkofsii manaaf ummataa nigaggeeffamaa jed-hanii dubbachu dhabuu qofa itu hin taanee gara fuula duraattis dhimmicha irratti Yommurteen akka kennamuu hin beekamuu jechuudhaan ogees tajaajilaistat-stiiksii keessa hojjatan maqaan isaanii akka hin eeramne gaafa-tan dubbataniiru.

Kanaaniis biyyattiin hojii kaar-taa daanggeesuu gandaa godi-naa jiru akkasumas hojii kaartaa naannoolee haarawakanhojjeta-man ta’u mul’ateera hojiiwwan kun haala tasgabbii biyyatti dafee kan sire’s yoo ta’e murteennigag-geefama jedhus yoo kennamee dhimmicha si’eesuu gargaara jedhameera.

Ta’es garuu komishiniinlak-koofsa manaa ummataa Kuun karoora qabameefiin barana ni-gaggeeffamaa jedhee murtii ittu dabarsee qophiin bal’aa waan ta’eef waggaa kanatti geggeessu-un ulfaataa akka ta’u mul’ateera .Tariigaggeeffamu qaba yoo jed-hamee hojiiwwan qophii dursaa hojiidhaaf galtee guddaa qaban hojjetamuu isaanii ogeessichi d=ibsaniiru.

noo dura gaggeeffamu ture ba-jatnniramadameeraturees gara baajata birraattinana’eetajaa-jilabiraa akka oluu eerameera. Bajatnni mootummaa hojii tok-kooframadameera yeroo hun-daa hojiichi yammu Dachau’s gara tajaajilabirraattinaanna’uu danda’a jedhameera.lakkoofsa manaa ummataa gara fuladurat-tigaggeeffamu garuu paarlaamaa har’aatiindhiyaate akka hin qa-bamnee eerameera.

Hojii lakkofsii haagaggeessuuf barsiiftonniergiisaan fudhataman leenjii marsaa muraasaa fud-hatanii yeroon itti gaggeeffamu waan hin beekamneeleenjiitonni leenjicha addaan kutanii gara ho-jii idilee isaaniitti deebi’uun ibsa-meera.

Itiyoophiyaatti lakkofsii ma-naaf ummataa ergaagaggeeffa-mee yeroo dheeraa kan darbee ta’u isaatiin Qophiiwwanimaam-mata kana irratti bu’ureefatanii-hojjataniif baajata ramaduu akka-sumas dhimmoolee garaa garaa irratti dhiibbaa qabaachuu akka danda’u mul’ateera.

Tajaajilliistatstiiksii Itiyoophiyaa yeroo ammaa qophii kanaa ta-asisaa jiraachuu dhabuun isaa ibsame komishiiniilakkoofsa um-mataafi manaa yeroo lakkofsii itti gaggeeffamu murteessee yeroo kanatti ademsiiftuu jedhamee jalqabama jedhameera.

Yeroo xumuraabara 2000 kan gaggeeffamee lakkofsii manaaf ummataa Itiyoophiyaa karoo-ra waggaa 10 n gaggeefamuuf qabamee 2010 as yeroo sadii dheerachuu isaa nibeekama.Ka-naafisjijjirraanhoggansa mootum-maa filannoofi dhimma tasgabbii akka ka’umsaattidhiyyeessa.


አዲስ ማለዳ 18 Sadaasa 2014 No 23

መልስ አስቀምጡ

Please enter your comment!
Please enter your name here