Waraanichi midhaan dame qonnaa irraan ga’e

0
827

Dinagdeen Itiyoophiyaa qon-naan kandurfamu ta’u isaatiin gufuun hojii qonnaa irra ga’u kamuu dinagdee irratti dhiib-baabulchuu isaa hin hafuu.Saba-biinrakkooleeuumamaafinamtol-cheekan akka rooba yaroo malee hongee Awwaaniisaabiyyattiin homisha amma barbaadamu yammuu homishittu hin mul’atu. Sababiin kanaasbakkawwanhed-duutubeelli yammu mudatu qa-madiingaragaarsaa biyya alaatti yammu galu hubatame.Biyyattiin sanyii facaasuu irraa jalqabee amma midhaan dha’uuttiadeem-sihomisha ishee boodatti hafaa ta’e hordofu ishee qofa itu hin taiinlafti misoomuu danda’u itu jiru misoomuu dhabuun amma ammaatti midhaan nyaataan of danda’uunrakkoolammiileeItiyooohiyaa heddu ta’e itti fufeera.

Wayita ammaa immoo Waraan-ni waggaa tokko ollakkoofsise da-meewwan heddu miidhee giddu-udha tokko dame qonnaa ta’uun isaa ni himama.Kesumaamoo bi-yyatti karaa kaabaa lafti qonnaa heddu homisha malee bahanii homishnni walitti qabameekan walitti qabu dhabee harca’ee ha-fuu isaati himameera.

Ministeera qonnaatiDaayireek-tarriekstenshinii qonnaa Gar-maameeGaaruumaabara hom-isha 2013/2014laftti hektaara miliyoona 13 misoomsuudhaaf karoorfamee raga amma jiru-un laftihektaarrimiliyoona 12.9 sanyiidhaanuwwifamee danda’u isaa nutti himaniiru. Kanaanis akka biyyaatti karoora isaa kees-saa harka dhibba keessaa 99 uwwifameera jechuudhaan ibsa-niiru.

Naannoo Tigraayitti lafti heek-taara kuma 900 sanyiidhaan hin uwwifameejedhudaayireektarichi Naannoo Amaaraattis haaluma walfakkaatuunlafti hektaara mili-yoona 1.5 sababii waraana ka-naa midhaan cimaan irra ga’eera. jedhaniiru.Kana wal simsiisuuf-naannoo Amaaraa iddoowwan-Waraanni hin jirreettimaasaa naannoo Oromiyaa Sumaalee Kibbaafiikanneeniittihomishn-ni bal’aa homishamejiraachuu-mul’isaniiru.

Walumaa galattiWaraanichi homisha qonnaa biyyatti irrattimi-idhaa guddaa fida jedhamee yoo yaadamuu baubleiddoowwan ga-raa garaatti miidhaan olaanaa ni-jiraata. Naannoo Amaaraa Walloo kaabaa irattii midhaan guddaan akka jiru kan eeran daayireek-tarichijalqabamuuisaayyuWal-loo kaabaa homishnni nijiraata jedhamee hin hasa’amu .jalqa-ba isaa Sanyiin hin facaanee inni facaafameesbarbada’eera. WaagHimiraattislafti misoomuu danda’u harka dhibba kessaa 50 ta’u sanyiidhaan hin uwwii-famnee.Innifacaafamees sirnaan walitti hin qabamnnee yaada jedhuukennaniiru.Wallookibbaat-tissababiiwaraanichaahodhaan-heddummina qabuu hamuufqa-qqabee turee irra miidhaan ijaa ga’e yaalii amma taasiifamaa jiruun ala walitti qabuun hin dan-da’amnnee.

Ittii dabaluudhaaniswaraanichi-jiraachuu isaatiin homisha qon-naa irra midhaan jira.midhaan isaa dinagdee walii gala biyyattii irratti kan calaqqisiistuumitijed-haniiru. Hundaol ammo miidhaan naannoo Tigraay jiruu cimaad-haankan jedhan daayireektar-ichihiriira gama sanaan jiruu guutuudhaahomishnni naannol-ee birraattihomishamegahaad-hajedhaniiru. Kanaafol’aantum-maadhaan kan kaasan Naannoo Oromiyaa bara homisha waggaa darbeelafti sanyiidhaan uwwifa-mee ture hektaara miliyoona 5.7 yammu ta’u barana garuu lafti-duwaa tokkollee agabuu bulu hin qabuu jedhamee lafti hektaara miliyoona 6.2 sanyiidhaan akka uwwifameetaasifamuu isaa hiri’in-nahomishasababiinwaraanicha mudachuu danda’u maqsa jedha-meet .Waraanichaanmiidhamanii guddaan kan qaqqabe naannoo Amaaraatti akkasuma bara hom-ishadarbeetti lafa heektaara mili-yoona 4.2 uwwifamee ture bara kana hektaara miliyoona 4.6 dan-da’amu isaa hiri’innahomisha ji-runihir’isaa jedhaniiru.

Walitti bu’iinsa kanaan homisha midhaanii itu hin homishamiin hafe wlsimsiisuudhaafDabalata-anis hojii jallisii boonaatiin qa-madii lafa heektaara kuma 400 ta’u irra homishuu hojjatamaa jira jedhaniiru.Kanaaniis homisha qa-madii kuntaala miliyoona 16 ta’u argachuudhafkaroorrii qabamuu isaa mulisaniiru.Akkasumas hojii wal simsiisuubara 2014tti taas-ifamuunwaraanichi yaroo gab-aabaa kessatti kan goolabamuu yoo ta’e iddoowwanmidhaman ittiiddoo hojiin jallisii hojjechuun-danda’amuutti hojiin jallisii niho-jatama.iddowwan rooba arfaasaa qaban adda baafamanii homisha akka kennan taasiisuuf qophiin taasiifamaa jiraachuu dubbatanii-ru. Kanaaniis Godinoota Walloo kibbaa Goondaritti hojiin jallisii amma ammaatti hinjalqabamn-nee malee naannolee ABUT jalaa bilisa bahaan kan akka WaagHi-miraafaatti hojiin jallisii jalqa-bamuu isaa ibsaniiru.

Waraannii yeroo dheeraa lak-koofsiseNaannooAmaaraafiTi-graayiin ala Affaarittis akkasuma-miidhaa qaqqabsiisuu isaa kan yaadatamudha .Kana hordofee-sMiidhaa homisha qonnaa naan-nichaa irra qaqqabedaayireek-tarichiGirmaameeGaaruumaa yammuu ibsan Ummanni Affaar gara caaluu horsiisee bulaa ta’u isaatiin miidhaan homisha isaa irratti isa qaqqabe hinjiru jechuu-tuu danda’ama jedhaniiru.Garuu ammo jedhuusababiiwraan-ichaagaalawwan heddu ajjeefam-niiru hedduwwan goodaananiiru.

Kana malee naannoowwan ABUT waliin Waraanni itti gag-geeffamu haala ol’aanaadhaan gammoojjii ta’u isaaniitiin hom-isha ijaa hin qabnnee hom-ishaammanaahirateera jechu-un hin danda’amujedhaniiru. iddowwan naannichaa homish-nni itti argamuutti waraana irraa bilisa ta’u isaaniitti kan kaasan Ta’es garu ganna darbee hom-isha hin homishamiin hafee sir-resuudhaaf homisha biyyaa guddisuudhaaf naannichatti misoomajallisiilagaAwaasha-fayyadamuudhaan homisha qa-madii baatii sadi ittiqaqqabuom-ishuuf hojiin jalqabamuu isaa ibsaniiru.

Haata’u malee Ogeessi dinag-dee maqaan isaanii akka hin ee-ramnegaafatan Addis Maaladaan dubbifteen lafa hektaara amma-naa homisha qonnaatin uwwifa-meera jedhmuudhaan dhiyaatu akka hin fudhanee ibsaniiru Dhib-baawaraanichi homisha biyyattii iraan ga’e xiqqessanii ilaaluun akka hin malees dubataniiru. NaannooOromiiyaa naannoo Wallaggaatti miidhaa homisha qonaa qonnaan bultootaa irraa ABO Shaneetiin qaqqabebaas-uniseeramu qabaa kan jedhan ogeessichibeeladaanaannichat-tisababiin hongee dhumaniisqo-rannoodhaanmirkanaa’ee amah in himamneetti biyyatti iratti gara fula duraa miidhaa hin fidu jed-hanii dubbachuun hin maluu jechuudhaan kan ibsan.

Ogeessichii galtee siyaasaaf jedhamee ittu hin taanee waraan-ichiiergii jalqabee amma ammaati waqtii homishajirutti laftiiammam walitti qabamee laftiammam hin misoomneammam akka hin haamamnnee homisha ammamii walitti qabuuf karoorfamee am-mam akka argameeragaanifaa qorannoodhaan mirkanaéebaú mala ture jedhaniiru.kun itu taa-siifamee hiriína jiru gutuuf gar-gaara jedhu.

Ministeerri qonnaa gama isaati-in waraanichi homisha qonnaa irratti kessumaa ammodeemsa homisha walitti qabu keessatti amantaan miidhaa qaqqabsii-seen qoratamaa akka jiru eeranii qorannichi ijaa hin xumuramnnee raga baláa kana caalu kennun hin dandaámu jechuudhaan Addis Maaladaatti himaniiru.

Naannoolee biyyattii nagaan jiruutti dame qonnaatin waan ta-asifamuu qabuu hundii akka hin taasifamnnee fi gara fula duraat-tis dinagdee biyyatti dinagdeen durfamuuirratti jeequmsa guddaa uumuu akka danda’uhayyuuleen ni ibsuu.

Laftihektaarri hojii Qonnaafoluu waggaa waggaadhaanamantaan isaa foyya’insaagarsiisakan jiru yoo ta’es bara homisha 2010tti raga Baankiinaddunyaa baa-suun biyyattiitti lafti misooma qonnaafoluudandaú miliyoona 16 taú jiraachuu isaa ifa taasi-suun hin dagatamu.Waggoota sanaan booda jiranitti ammam akka gaé yoo beekamuu baa-tees kana keessaa aka ministerri qonnaa akkaataa baaseen bara homisha 2013/2014 biqiltuud-haanmisoomsuudhaaf kan qa-bamee lafa heektaara miliyoona 13 qofa ta[un isaa lafti miliyoona 3 taúlafatti akka bade agarsiisa. Isa akka misoomuu taasiifamee keessaawaraanichatti dabalee rakkoohedduudha biqiltuu kana irattii miidhaan qaqqabuu isaa bi-yyattiin gara fuladuratti rakkoon hiri’inna midhaanii kana caaluu akka ishee mudatuufii gargaarsa midhaanii akka kadhatu ishee ta-asisuuniidandaáyaddoonjedhuu warren tokko tokko biraa nikaá. Homshnnii qonnaa waggaadhaa waggaatti gad buábifa biraatiin ammo lakkofsii umataa dabalaa kan deemuu waan ta’eef heddu-wwan beelaaf akka saaxilame ragaaleen ni agarsiisuu.

Itiyoophiyaan lafa misoomaa balaátaé haala qilleensaa mijataa humna namaa gaáafiiameentaa roobaa gaá yoo qabaattees ak-kaataa hojiifii qonnaa teknoljii ammayyaatiin hin deggaramneen hojiin qonna balaa iraa baraaruu dandaú guddaan waan hin hojjat-amneef amma ammaatti buáan homisha qonnaatiingalmeesiif-teerakko irraa ishee baraaruu akka hin dandeenyeeetti himama.

Dabalataanis biyyattiin gara biyya alaattierguudhaan sharafa alaa kanargattu gara caalaad-haan dame qonnaatiintaú isaatiin dameen kuun karaa garaa garaa dinagdee biyyatti iratti miidhaan qaqqabsiisuu salphaa mitii jed-hamee amanama.dameen kun homisha biqiltutti dabalee horsiis-abeleddaas kan of kessatti qaba- tee waan taéefbuáwwan homisha beleddaairaagoogaafkallee irraa sharafnii alaa argamu jireenya isaa hormaatabeeladaairattii-taú isaatiin sababiin waraanaa miidhaa akka isa qaqqabu kan dhokfamuumiti.

Naannoo Amaaraatti lafa qot-amu keessaa harka sadii kees-saa tokko lafa miidhamaadha. iddoowwan naannichaa hedduun sababii kanaa homisha ala akka taánragaawwaan ni agarsiisuu. naannooleensababiin waraanaa midhaman lafti hin qotamnee kan argamuu naannoo ma kana kees- sattidha jedhamee himama.Sana irras darbees gareen ABUT mana maree bakka bu’ootaUmmataan shororkeessaa jedhameeiddoow-wan naannichaa to’atetti homi-sha midhaanii qoonaanbultichaa gubee haameedhaheesaamuud-haaanfudhateqonnaanbulttonnii homisha isaanii akka walitti hin-qabannee dhorkuun isaa dhimma bal’inaangabaafamaatureedha. dhimooleekanaafii waraanichaan homishnni qonnaa miidhaan olaanaa kan irraa qaqqabenaan-nooAmaaraatti Addis Maaladaan dhimmicha irratti raga argachuud-haf gara Biirooqonnaati yoo bil-biltus deebii argachuuisheefi hin milkaa’in hafeera.


አዲስ ማለዳ 18 Sadaasa 2014 No 23

መልስ አስቀምጡ

Please enter your comment!
Please enter your name here