Dargaggoonni Walloo kaabaa kaka’umsa mataa isaaniitiin gur-maa’aniin naannoo isaanii ee-guudhaaf sochii jalqabuu isaanii ibsame.Waggaa darbee baatii Hagayyaa darbee jalqabee dar-gaggoonni magaaloota Raayyaa QobbooZooblfii magaaloo-ta Walloo kaabaa iddoowwan ABUTiin qabaman gad dhisi-suufgurmaa’uun jalqabuu isaanii Kantiibaan magaalaa Qobboo dubbataniiru. Magaalaa Zoobil irratti dargaggoonni kuma 10 ol-gurma’anii hojii hedduu hojjachaa jiraachuu Addis Maaladaan dhag-eessetti.
Kantiibaan magaalaa Qobboo-Dr Addisuu Wadaajoo Addis Maa-ladaatti akka himaniitti jiraattonni magaalatti umuriin isaanii wag-gaa 18 amma 48 jiran heyama-mttummaadhaaangurmii kanatti makamuu hojii heddu hojjachaa jiraachaa jiru.
Hojiin gurmaa’uukuniddooCi-fraajedhamtu irratti xiyyeeffatee ture.Haata’u malee UwaaCifraafii magaalonni biraa harka diinaa waan jiraniif gara Zoobilittinaan-nessuudhaan hojicha baliinaan hojjachaa jiraachuu eerameera. Gurmiin magaalaa Zoobiljiddu-galeefateekun gara bosonaa seenuun yoo barbaachisaa see-naa hidhattoota ABUT waliin wal waraanee iddoowwan inni qaba-tee gad dhisiisaa akka jiru beeka-meera.
Dabalataanisgurmiin dargag-goota kanaa meeshaalee garaa garaafi rasaasa garee kana irraa sassaabuun fayyadamuudhaan hojii heddu hojjachaa jira jadha-meera.Akka ibsa kantiibichaatti amma ammaatti naannoo sanatti addawwan waraanaa 9ti Waraan-ni banamee waraana guddaa dhaan bu’aa gamachiisaad-haandargaggoonni kun ittisuu danda’aniiru.Dargaggoonni kun hidhannoo ga’a malee naannoo isaanii dina irraa qulqulleessi jiru jedhaniiru. Kaayyoo gurmii kanaa kan hubatan dargaggoonni naan- noo Amaaraa kessumaa magaa- laa Dabra Birhaaniigaafa 13 03 14 kan dhufan dargaggoonni 120 ol gara Zoobil deemuudhaan qabsoo kana ifaan itti makamanii-ru jachuudhaan dubbataniiru.
Dargaggoonni kun meeshaalee diina bakka kufee jiruu kaasuud-haan lojistiif kennuudhaan reeffa kaasuudhaan da’oo qotuudhaan-lammiileemada’aniifwalaansa sadarkaa jalqabaa kennuudhaan hojii biraas hojjachuudhaan qab-siichii haala salphaa ta’een akka deemu shora gama isaatiitaas-isaa jira jeraa jedhameera.Ho-jii isaanii kanas kan raawwatan Maqeet ittiGaashanaatti adda waraanaa raayyaatti bakka la-matti hirameetuu kan jadhamee yammu ta’u waraana keessa seenee akkaataa hiriira diinaa gareen qoratu qabeenyaan ees-sa eessa akka jiru qaama qoratu akkasumas qabeenyaan Wallofi-iDaseetti hatamee iddoka’aman qoratee ragaa waraana lamiif kennuudhaan qabeenyaan akka deebi’uutaaasiisaa garee kanaaf shoora guddaa taasisaa jiru.
Haata’u malee dargaggoon-ni heyyamamtonniikunABUTiin naannichaa baasuudhaaf qab-soo hobsafixachiisaataasisaniin mootummaan naannichaa deg-garsa barbaachisaa akka isaanii hin taasifnee yaroo daddabalamaa ibsaa jiraachuu isaanii Addis Maaladaatti himaniiru. Dargag-goonnikun garee ‘’gabrummaan haa hafu’’jechuudhaan garee kana ergiihundessanii booda meeshaan lojistikiif waraanaa deeggarsaan argatee akka hin jirree ibsaniiru.Hojii mootummaa salphisuudhaanfiigicha gara in-jiffanoottitaasiifamuusi’eesaa jira .Garuu ammoo meeshaa garee kan akka Dishqaa meeshaalee gareedhaan itti waraanamuu mootummaan itu kennee yeroo gabaabaatti injifannoo akka ga’an dubbatu.
Kuun kan uumaanittu jiru Kan-tiibaan magaalaa Qobboo sochii dargaggoota kanaa ilaaluudhaan mootummaan naannichaa deeg-garsa akka taasisuu gaafachuu isaaniitiin yaroo ammaa deggar-sii meeshaa waraanaa nyaataa-fi kanneen taasifamuu jalqabuu isaa eeraniiru
አዲስ ማለዳ 18 Sadaasa 2014 No 23


