Naannoo Oromiyaa godina Wallagga bahaa aanaa Haroo Limmuutti namootiin nagaa 19 ABO Shaneetiin ajjeefaman

0
1129

Naannoo Oromiyaa Godina Wallagga bahaa Aanaa Haroo Limmuutti namootiin nagaa 19 ABO Shaneetiin ajjeefamuu jiraattonni naannichaa Addis Maaladaatti himan.
Addis Maaladaan ragaa jiraattootanaannichaa ishee ga’een Sadaasa 23 2014 hidhattoonni ABO haleellaa gessisaniin lamiileen nagaa 10 ajjeefamuu isaaniifi hojjattonni humnaa 20 uguramauuisaaniitti

Namootiin 10 ajjeefamuu isaanii dura namootiin nagaa biraa 9 ajjeefamuu isaaniifi 12 uguramauu isaanii torbee barbette walii galaan namootiin 19 ajjeefamuu isaaniifi 32 uguramauu isaanii jiraattonni dubbataniiru.Namootiin kun kan ajjeefaman aanaa Limmuutti Mandaraa 6 fi 7 ttidha jedhameera.

Nageenya isaaniif jecha maqaan isaanii akka hin eeramnekan gaafatan jiraattonni naannichaa baatii Sadaasaa 22/2014 Shaneen haleellaa geessisuyaalee raayyaan ittisaa kan ittisee yammu ta’u turtii bultii lamaa booda Sadaasa 24/2014 gareen hidhataa kun haleellaa kana geessisudanda’eera jedhaniiru.

Sadaasa 24 bara 2014 namootii 10 du’an beekaanii kan jedhan namootiin kun maqaasaanii Addis Maaladaatti himaniiru.Maqaan isaaniis FantawSintaayehuAbduuSayiidKadiirIndiriisMahamadHaamzaaBalayinehiGabayyooZanabaMisganaawMalasaAbayee akkasumas Atinkuut kanneen jedhaman irratti Ajjeechaa raawwachuu isaa namnnii yaada isaanii Addis Maaladaaf kennan dubbataniiru.

Namni kun itti dabalaniis hojii Boqqollo walitti qabuu irrattibobba’ani kan turan hojjattonni humnaa 20 garee hidhataa kanaan uguramauu isaanii ibsanii amma gabaasni kun itti qophaa’eettibakka ga’an hin beekamnee.

Kana ta’u isaatiinis hawaasni naannichaa mana isaa gad dhisee bahaa jiraachuu isaa homishnni isaas saamamaa jiraachuu isaan gamatti jiraattonni mandaraa tokkoo jahaa torbaa garee kana jala jiranii rakkoo irra jiru jedhameera.

Madden Addis Maaladaa akka ibsaniitti ABO Shaneen jiraattootaerga ugure booda ajjeesuu isaa dura birrii fidaa gad dhifamtuu jedhe birrii akka irraa fuudhuukan eeramee yammu ta’u birrii barbaaduergiifudhatee booda ajjeesuu isaa arguu himaniiru.

Jiraataan naannichaa maqaan isaanii akka hin eeramne gaafatan biraan torbee darbee Shaneen namootii nagaa ajjeesse gidduudha ZanabaMisgaanaaw jedhaman birrii kuma 300 fidiisi gad dhifnaa jedhamanii birrii kaffalaniikan turan yammu ta’u du’a irraa hin hafnee jedhaniiru.

Kanatti dabalees Namni ABO Shaneen Ajjeechaan irrattiraawwatameBalayinehiGabayyoojedhaman gara raayyaa ittisa biyyaatti bilbiltee ragaa keeniteettaakan jedhuun ajjeefaman jechuudhaan ibsaniiru.

Karaa gara biraa Aanaa Harootti gareen hidhataa kun haleellaan geessisuhawaasni naannichaa socho’uu akka hin dandeenyee akka isa taasiseefii kessumaa hawwan garaatti baatan gara dhaabbileewal’aansaa akka hin deemnee gufuu iti ta’u Addis Maaladaatti himaniiru.

Dargaggoon aanaa haroo maqaan isaa akka hin eeramne barbaade haadholiin miixuu irra turan guyyaa 8f miixachaa turanii muraafniqoricha aadaatiin da’u yoo danda’anissadan isaanii garuu du’u arguu isaa ragaa baheera.

Aanaa Harootti ibsaan ergii badee torbbewwanlakkaa’amu isaatiin haadholiin midhaan harkaan daakaniimidhaan qopheessaa jiraachuu isaanii gidduu kana ammo innu dhibuu ibseera.
Haleellichii ergii nurra ga’e waggaa lamaa olii yoo ta’es furmaata tokko illee argachuu hin dandeenyee mootummaan rakkoo keenya nuuf hiikuu qaba jechuudhaan hubachiisaniiru


አዲስ ማለዳ 2 Muddee 2014 No 25

መልስ አስቀምጡ

Please enter your comment!
Please enter your name here