Qaamoleen yaada mo’ataa hin qabne Obbo Girmaa Yeshiixilaa nu jalaa galaafataniiru” Ministira Muummee Dr Abiyyi Ahimad.

0
680

Qaamonni yaada yaadaan mo’uu dadhaban obboleessa keenya Girmaa Yeshiixilaa galaafataniiru jedhan, Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad.

Bara garaa garummaa karaa qaroomina qabuun hiikuun danda’amutti yaadaan kan nu morme hunda afaan qawween amansiisuuf ka’uun fiixee finxaalessummaati.

Iddoo dhalatanii guddatanitti yaada nurraa gargar ta’e qabda jechuun kanneen amanan fixaaleyyiin jeequmsa hojii godhatan hojii jibbisiisaafi gara jabeenyaa raawwatan.

Kunis finxaaleessummaa yeroon qabnee dhabmsiisuu yoo banne gara lubbuu fixuutti akka nu geessu   agarsiiftuu dha.

MM Dr Abiyyi lubbuun kee Nagaan haa boqottu jechuun karaa toora miidiyaa hawaasaasaanii dabarsaniin.

መልስ አስቀምጡ

Please enter your comment!
Please enter your name here